Faayidaalee Weebsaayitichi Kennu

Qubee Afaan Oromoo Haa Barannu

1. Qubee Afaan Oromoo seeraan barachun waan guddaadha.

2. Namni barate hedduun isaa qubee seeraan qubeessee barreessuu hin danda'u. Kun immoo rakkoo guddaadha. Kanaafuu rakkoo kanaaf weebsaayiticha kanarratti furmaata salphaa ta'e laannaaf.

Beekumsa Teeknolojii

1. Waa'ee teeknolojii maal beeyna?

2. Teeknolojiiwwan harka keenya jiran hoo haala kamiin itti fayyadamuu qabna? Fi k.k.f ni ilaalla.